Haqሀቅ

Torbee kana suuqii kee Haq irratti galchi.

Herregoota baankii kee ni galmeessina, kaashiyeroota kee ni dabalna, hojjettoota kees kaawuntara irratti akkamitti kaffaltii akka mirkaneessan ni agarsiisna.